Mootummaan Naannoo Oromiyaa bara kana Pirojektoota fayyadamummaa ummataa mirkaneessan kuma 20 ol qarshii biil. 79 oliin hojjatamaa turan eebbisiisuun tajaajilaaf banaa taasisaa jira. Isaan keessaa dhiheenyatti eebbaaf qophaa’aa kan jiru handhuura Oromiyaa Magaalaa Finfinneetti bifa duudhaa Oromoo calaqqisiisuu danda’uun kannijaarame Mana Murtii Walii Gala Oromiyaa!
https://www.facebook.com/share/v/CRJY1BKUVQKuNiru/?mibextid=09Vj1W